Kishore Kumar Hits

Dawite Mekonen - Abjuun Hun Arge текст песни

Исполнитель: Dawite Mekonen

альбом: Gola Bahi


Abjuun hun argee jalalee koo
Ishen kan jirtu biyya ormaa
Yon wamee hin dhuftu na hin dhagessu
Yadoon naa jeqee nan cinqama
Obsee obsee gaf tokko gitta hin sardamini
Dhisi jenan dide garan koo mal natii gama
Obsee obsee gaf tokko gitta hin sardamini
Dhisi jenan dide garan koo mal natii gama
Wan nan jatee hin dagadhu
Gurara na bilbila (gurara na bilbila)
Osso jiruu wal dhabne maltu mala na mala (mala naa mala)
Dhaqii naa fidii jadhe boqqona na dhowate (boqqona na dhowate)
Sammu koo na dhiphisa waye kee yadadhe (waye kee yadadhe)
Nan hin gadisisne gafa atii demtee natu sii gagesee
Hamtun sii hin argin milkayii jadhe akka daima eyee
Ana sii yadaa na hin yadu jadhe sii hin shakuu shageekoo
Hiriban dhabee naa jibbisise ergaa atii demtee na dhifete hoo
Abjuun hun argee jalalee koo
Ishen kan jirtu biyya ormaa
Yon wamee hin dhuftu na hin dhagessu
Yadoon naa jeqee nan cinqama
Obsee obsee gaf tokko gitta hin sardamini
Dhisi jenan dide garan koo mal natii gama
Obsee obsee gaf tokko gitta hin sardamini
Dhisi jenan dide garan koo mal natii gama
Jarjaran dhahee hin horuu dhahe dachiti makka(dhahe dachiti makka)
Aritin bua hin qabu gara ko sutuma kaa(gara ko sutuma kaa)
Yoo dhufte gamachuu ishee nat bararte gadun (nat bararte gadun)
Inan off tayii jenan kana achi mal sii godhu (kana achi mal sii godhu)
Jirufi jirenyii nu dirqisise addan jiranule
Rakkotu hiriran nutii hedumate qube dua jautu nutii fagatule
An sin abdadha tarii gaf tokko wajjin lamanntane
Wajiin jirana yoo rabii jadhe kan duran calla amalee
Abjuun hun argee jalalee koo
Ishen kan jirtu biyya ormaa
Yon wamee hin dhuftu na hin dhagessu
Yadoon naa jeqee nan cinqama
Obsee obsee gaf tokko gata hin sardamini
Dhisi jenan dide garan koo mal natii gama
Obsee obsee gaf tokko gata hin sardamini
Dhisi jenan dide garan koo mal natii gama

Поcмотреть все песни артиста

Другие альбомы исполнителя

Похожие исполнители